Darul Hayat barnoota, fayyaa fi jireenya dinagdee worra carraa hin qabne fooyyessuuf gumaacha godha.
Arjoomaa
Eega waan Darul Hayat dhaabateef beeytanii, yaada inni dhaabateef kana bakkaan gayuuf akka hawwiifi qabdaniif taarkaanfiillee fudhattan abdii guddaa qabna. Kanaafuu arjooma isniin jenna. Arjoomni keessan akkamitti karaa gara garaatiin nu bira gayaa irratti dalagutti jirra, nu eegaa.
Fromii arjooma keessan isinirraa fuudhuuf nu gargaaruu qopheessutti jirraa obsaan nu eega.